ABO ijaaramuun háwwi ummata Oromoo jáarraa tokkoo kan qabsóo cimaa fi waaItaawe qabaachuu dhugoomse.
![]() Kunis ummatni 0romoo walabummaa gosa fédheen jiraachuu ykn ummatóota kaan wajjin tókkummaa siyaasaa ijaarrachuu kéessaa murteeffachuuf mirga uumáman qabuu dha. Jijjiirran tahe kán kabeebsaa, qabsoo biIisummaa qabbaneessuuf kan godhamée dha. Qabsoo bilisummaaf ummátni Oromoo gaggeessu sirná cunqursaa mootummaa irrátti kan xiyyeeffate maIee ummata kám iyyuu kán hin ilaalle táhuu ABO irra déebiee mirkaneessa. Fedhii irratti hundaawanii, buura ummatooti bilisa tahan tokkummaa siyaasaa ummachuuf godhan ijaaruuf ABO fi ummatni Oromoo murteeffatanii jiru. Barreessaan kitaaba kánaa ogumaan balaliisaa xáyyaaraa yoo taan barnóota phisics baratan 0bbo Leellisaa Aadaa kitáaba barreessuuf kan ná kakaase balina áadaa fi seenaa 0romoon qabu jedhan. Kitaaba kana barréessuuf hayyootaa fi hóogganoota qabsoo oromoo hédduu na jajjabeesse, ákkasumas kitaabota waaee óromoo ilaalchisuun afaan lngliziin barreeffamantu wabii náaf tae jedhan óbbo Leellisaan.
0 Comments
Leave a Reply. |
Details
AuthorWrite something about yourself. No need to be fancy, just an overview. ArchivesCategories |